
NUTI EENYU?
من نحن؟ NUTI EENYU? اللغة الارومية QOOQA OROMIFFAA Nuti Muslimoota, Rabbiin gabbarra, Inni tokkicha qindii hin qabneedha, Nuti Qur’aana kabajamaa fi Sunnaa Nabiyyii Muhammad ﷺ

من نحن؟ NUTI EENYU? اللغة الارومية QOOQA OROMIFFAA Nuti Muslimoota, Rabbiin gabbarra, Inni tokkicha qindii hin qabneedha, Nuti Qur’aana kabajamaa fi Sunnaa Nabiyyii Muhammad ﷺ

SOOMNI LAMATTI QOODAMA DIRQAMA : Ramadaana, Kaffaaraa fi Nazrii keessatti SUNNAA : Waan jara armaan olii male jiru keessatti HIIKA SOOMAA Sooma jechuun Fajriin dhugaa

SOOMNI LAMATTI QOODAMA DIRQAMA : Ramadaana, Kaffaaraa fi Nazrii keessatti SUNNAA : Waan jara armaan olii male jiru keessatti HIIKA SOOMAA Sooma jechuun Fajriin dhugaa

Qubeewwan Arabiffaa dubbachiiftuu isaatii waliin haa barannu Fakkii kaasee halluu nan diba Kutaa Saayinsii Inistiitiyuutii Sunnaatiin to’annoo Sheek Haayitham Sarhaaniin kan qophaa’e MAHADSUNNAH.COM SARHAAN.COM اللغة

SIRNA HAJJII : Paanaalii fakkiiwwan afaan Arabaatiin qophaa’e, Kan kabajamoo Sheek Dr. Haysam Sarhaaniin qophaa’e, Kan inni isa keessatti wanta nama hajjii hajja’u barbaachisu hunda

★[[ حُـكْـمُ صِـيَـامِ يَـوْمِ عَـاشُـورَاءَ ]] ★لِلْـعَـلَّامَةِ الفَقِيهِ: مُحَمَّدِ بْنِ صَالِحٍ العُثَيْمِين- رَحِمَهُ اللهُ تَعَالَىٰ – ★[[Murtii Guyyaa Kurnaffaa Baatii Muharram Irraa Soomanuu]]* ★Sheikh Muhaammad

Barnoota Seenaa Guyyaa Kurnaffaa Ykn Guyyaa Aashuuraa •Guyyaan aashuuraa guyyaa rabbiin muusaa fi uummata isaa nagaya baasedha, Akkasuma guyyaa rabbi firaa’uunii fi waraana firaa’uun itti

المستوى الأول Sadarkaa Tokkoffaa هيا بنا نتعلم Waliin Kaanee Habarannu اللغة الارومية Afaan Oromootiin المؤلف د هيثم سرحان Qopheessaan Kitaabaa: Doktor Haysam Sarhaan المدرس بالمسجد

Seenaa Jireenya Nabiyyichaa (S.A.W) Gabaabaafi fi Simboowwan Amaloota Isaanii Hangaftootaa السيرة باللغة الارومية

Hisnul Muslim Zikriiwwan Ganaamaaf Galaagalaa ibsa gabaabaa. Kitaaba kana keessatti zikrii ganamaaf galgalaa tiifii duaaiiwwan adda addaa barbaachiftu ibsamee jira

52 ?? Oromoo ارومية الأورومو ـ ISLIMNAAN – DHAABBATA SUNNAATI To’annaa Dr. Haysam Sarhaan
(بالأورومية: Afaan Oromoo)
YouTube
Telegram
https://t.me/hsarhan40
https://whatsapp.com/channel/0029Va99db2AojYpPAH6Zg1l
site
https://alsarhaan.com/oro
الأورومية Oromo
مناطق التحدث بها: أثيوبيا وكينيا
عدد الناطقين بها: نحو ١١ مليوناً