Waliin Kaanee Habarannu
المستوى الأول Sadarkaa Tokkoffaa هيا بنا نتعلم Waliin Kaanee Habarannu اللغة الارومية Afaan Oromootiin المؤلف د هيثم سرحان Qopheessaan Kitaabaa: Doktor Haysam Sarhaan المدرس بالمسجد النبوي سابقا ، والمشرف على معهد السنة Armaan Dura Masjiida An-nabawi Keessatti Barsiisaa fi Ma'ahada Sunnaa keessatti Immoo Qindeessaa Turani حقوق الطبع والنشر متاحة للجميع Kitaaba Kana Maxxansuu fi...
Waliin Kaanee Habarannu
المستوى الأول
Sadarkaa Tokkoffaa
هيا بنا نتعلم
Waliin Kaanee Habarannu
اللغة الارومية
Afaan Oromootiin
المؤلف د هيثم سرحان
Qopheessaan Kitaabaa: Doktor Haysam Sarhaan
المدرس بالمسجد النبوي سابقا ، والمشرف على معهد السنة
Armaan Dura Masjiida An-nabawi Keessatti Barsiisaa fi Ma'ahada Sunnaa keessatti Immoo Qindeessaa Turani
حقوق الطبع والنشر متاحة للجميع
Kitaaba Kana Maxxansuu fi Ummatatti Faffacaasuun Hundumaafu Eeyyamamaa dha
هيا بنا نتعلم: كتاب باللغة الارومية، ألفه الدكتور هيثم سرحان، يهدف إلى تعليم الطفل المسلم مبادئ الدين والأخلاق والآداب الإسلامية من خلال أسلوب ممتع وشيق، جمع بين موثوقية المعلومة والالتزام بالضوابط الشرعية وبين مراعاة حب الطفل لِلَّعب والتسلية
Waliin kaanee Habarannu
Kitaaba Afaan oromootiin Dhihaate
kitaabni kun daa’imman muslimaa barsiisuuf, Diin Islaamaa kessaa waan dura bu'aa ta’ee fi waan akka haalaa fi adaba Islaamaa irrratti xiyyeefachuu dhaan akkaataa bareedaa fi gammachisaa ta'een Doktor Haysam Sarhaaniin qopheeffame.
Akkaataan itti barreeffames, ragaa beekamaaf amanamaa irratti hundaahuu dhaan seera sheri'aa eeggatee, jaalala daa’imman xaphaaf bashannanaa qaban waliin qinddeessudhaan qopheeffame.
Waliin Kaanee Habarannu
Scan QR Code | Use a QR Code Scanner to fast download directly to your mobile device