Murtii Guyyaa Kurnaffaa Baatii Muharram Irraa Soomanuu
★[[ حُـكْـمُ صِـيَـامِ يَـوْمِ عَـاشُـورَاءَ ]] ★لِلْـعَـلَّامَةِ الفَقِيهِ: مُحَمَّدِ بْنِ صَالِحٍ العُثَيْمِين- رَحِمَهُ اللهُ تَعَالَىٰ - ★[[Murtii Guyyaa Kurnaffaa Baatii Muharram Irraa Soomanuu]]* ★Sheikh Muhaammad Ibnu Saalihal Usayimiiniin* ★<< الــسُّـــؤَالُ >>★ مَا حُكْمُ صِيَامِ يَوْمِ عَاشُورَاءَ؟ ★<<...
Murtii Guyyaa Kurnaffaa Baatii Muharram Irraa Soomanuu
★[[ حُـكْـمُ صِـيَـامِ يَـوْمِ عَـاشُـورَاءَ ]]
★لِلْـعَـلَّامَةِ الفَقِيهِ: مُحَمَّدِ بْنِ صَالِحٍ العُثَيْمِين- رَحِمَهُ اللهُ تَعَالَىٰ -
★[[Murtii Guyyaa Kurnaffaa Baatii Muharram Irraa Soomanuu]]*
★Sheikh Muhaammad Ibnu Saalihal Usayimiiniin*
★<< الــسُّـــؤَالُ >>★
مَا حُكْمُ صِيَامِ يَوْمِ عَاشُورَاءَ؟
★<< الــجَـــوَابُ >>★
★<<Gaaffii ?>>★
Hukmiin Baatii Muharram Guyyaa Kurnaffaa Soomuu Maalii ?
★لَمَّا قَدِمَ النَّبِيُّ ﷺ المَدِينَةَ، وَجَدَ اليَهُودَ يَصُومُونَ اليَوْمَ العَاشِرَ مِنْ شَهْرِ المُحَرَّمِ، فَقَالَ النَّبِيُّ ﷺ:«أَنَا أَحَقُّ بِمُوسَىٰ مِنْكُمْ» فَصَامَهُ وَأَمَرَ بِصِيَامِهِ، وَفِي حَدِيثِ ابْنِ عَبَّاسٍ رَضِيَ اللهُ عَنْهُمَا - المُتَّفَقِ عَلَىٰ صِحَّتِهِ - أَنَّ النَّبِيَّ ﷺ صَامَ يَوْمَ عَاشُورَاءَ وَأَمَــرَ بِصِيَامِهِ.*
★<<Deebii>>★
Nabiin rabbii ﷺ ogguu gara biyya madiinaatti dhufe yahuudonni baatii muharram irraa guyyaa kurnaffaa kan isaan sooman argeeti, <<Isinirra Anatu Muusaatti Irra Haqa Qaba>> jedhe.
Nabiin rabbii ﷺ guyyaa san soomanuudhaan namnillee akka soomanan itti ajaje.
Hadiisa Abdallaah Ibnu Abbaas irraa sanada sahiihaan akka armaan gadiitti sabateera.
<<Nabiin rabbii ﷺ guyyaa kurnaffaa(Ashuuraa) ofii soomanee namnillee isa soomanuutti ajaje>>
★وَسُئِلَ عَنْ فَضْلِ صِيَامِهِ، فَقَالَ ﷺ:«أَحْتَسِبُ عَلَى اللهِ أَنْ يُكَفِّرَ السَّنَةَ الَّتِي قَبْلَهُ» إِلَّا أَنَّـهُ ﷺ أَمَــرَ بَـعْـدَ ذَلِكَ بِمُخَالَفَـةِ اليَهُود؛ بِأَنْ يُصَامَ العَاشِر، وَيَوْمًا قَبْلَـهُ وَهُـوَ التَّاسِعُ، أَوْ يَـوْمًـا بَـعْـدَهُ وَهُـوَ الحَادِي عَشَر.*
★Nabiin rabbii ﷺ sadarkaa guyyaa saniirraa gaafatamee akkas jedhe:- <<Rabbirratti nin herreeggadha, dilii ykn maasiyaa waggaa isii isa duraa namarraa buusuu(namarraa haquu>> eega sanii yahuudaa faalleessuttillee ajajee jira.
Innis:- Namni kamuu guyyaa Aashuuraa(kurnaffaa) ogguu soomanu guyyaa sagalaffaa ykn guyyaa kudha-tokkoffaa waliin soomanuu akka qabudha.
★وَعَلَيْــهِ؛ فَـالأَفْـضَـلُ أَنْ يَصُومَ يَـوْمَ العَاشِر، وَيُضِيفَ إِلَيْهِ يَوْمًا قَبْلَـهُ أَوْ يَوْمًا بَعْـدَهُ؛ وَإِضَافَـةُ اليَوْم التَّاسِع إِلَيْهِ أَفْـضَـلُ مِـنَ الـحَـادِي عَشَر.
★فَيَنْبَغِـي لَـكَ - أَخِي المُسْلِم - أَنْ تَصُومَ يَوْمَ
عَاشُورَاءَ، وَكَذَلِكَ الـيَـوْمَ الـتَّـاسِـعَ.
★Kanarratti dabalataan irra caalaan immoo guyyaa kurnaffaa ogguu soomannu guyyaa kudha-tokkoffaa irra guyyaa saglaffaa isa waliin soomanuutu irra caalaadha.
★Obboleessa fi obboleettii muslimaa wanti siif barabaachisu:- guyyaa kurnaffaa akkasuma saglaffaa soomuudha
--------------------------------------
[ المَصْدَرُ : فَتَــاوَىٰ أَركَـان الإِسْـلَامِ
*صـــــ: ٥٨٨ - ٥٨٩ ]
--------------------------------------
*الجمعة ٣/محرم/١٤٤٥ هـــ
-------------------------------------
Murtii Guyyaa Kurnaffaa Baatii Muharram Irraa Soomanuu
Scan QR Code | Use a QR Code Scanner to fast download directly to your mobile device