Oromo الأورومية ??

52 ?? Oromoo ارومية الأورومو ـ ISLIMNAAN – DHAABBATA SUNNAATI To’annaa Dr. Haysam Sarhaan
(بالأورومية: Afaan Oromoo)‏

YouTube

https://youtube.com/playlist?list=PLBFEt29we81SU7encw2DoOedVYrS-9Hym

Facebook
https://m.facebook.com/52-%D8%A7%D8%B1%D9%88%D9%85%D9%8A%D8%A9-Toora-Intarnaati-Kan-Dr-haythem-sarhan-104782580903061/

Telegram
https://t.me/hsarhan40

https://whatsapp.com/channel/0029Va99db2AojYpPAH6Zg1l

?https://sarhaan.com/a/%d8%a7%d9%84%d8%a3%d9%88%d8%b1%d9%88%d9%85%d9%8a%d8%a9-oromo-%f0%9f%87%aa%f0%9f%87%b9/

site
https://alsarhaan.com/oro

الأورومية Oromo
مناطق التحدث بها: أثيوبيا وكينيا
عدد الناطقين بها: نحو ١١ مليوناً

SOOMNI LAMATTI QOODAMA DIRQAMA : Ramadaana, Kaffaaraa fi Nazrii keessatti SUNNAA : Waan jara armaan olii male jiru keessatti HIIKA SOOMAA

Share this book                 SOOMNI LAMATTI QOODAMA DIRQAMA : Ramadaana, Kaffaaraa fi Nazrii keessatti SUNNAA : Waan jara armaan olii male jiru keessatti HIIKA SOOMAA Sooma jechuun Fajriin dhugaa bahuurraa eegalee hanga aduun seentutti nyaata, dhugaatii fi waan nama faxarsiisu biroorraa of qabuudhaan Rabbiin gabbaruudha SOOMNI RUKNII LAMA QABA الصيام اللغة الارومية

SOOMNI LAMATTI QOODAMA DIRQAMA : Ramadaana, Kaffaaraa fi Nazrii keessatti SUNNAA : Waan jara armaan olii male jiru keessatti HIIKA SOOMAA Read More »

SOOMNI LAMATTI QOODAMA

Share this book                 SOOMNI LAMATTI QOODAMA DIRQAMA : Ramadaana, Kaffaaraa fi Nazrii keessatti SUNNAA : Waan jara armaan olii male jiru keessatti HIIKA SOOMAA Sooma jechuun Fajriin dhugaa bahuurraa eegalee hanga aduun seentutti nyaata, dhugaatii fi waan nama faxarsiisu biroorraa of qabuudhaan Rabbiin gabbaruudha SOOMNI RUKNII LAMA QABA الصيام اللغة الارومية

SOOMNI LAMATTI QOODAMA Read More »

Qubeewwan Arabiffaa dubbachiiftuu isaatii waliin haa barannu Fakkii kaasee halluu nan diba Kutaa Saayinsii Inistiitiyuutii Sunnaatiin to’annoo Sheek Haayitham Sarhaaniin kan qophaa’e

Share this book                 Qubeewwan Arabiffaa dubbachiiftuu isaatii waliin haa barannu Fakkii kaasee halluu nan diba Kutaa Saayinsii Inistiitiyuutii Sunnaatiin to’annoo Sheek Haayitham Sarhaaniin kan qophaa’e MAHADSUNNAH.COM SARHAAN.COM اللغة الأرومية Wooqa Afaan Oromoo

Qubeewwan Arabiffaa dubbachiiftuu isaatii waliin haa barannu Fakkii kaasee halluu nan diba Kutaa Saayinsii Inistiitiyuutii Sunnaatiin to’annoo Sheek Haayitham Sarhaaniin kan qophaa’e Read More »

SIRNA HAJJII

Share this book                 SIRNA HAJJII : Paanaalii fakkiiwwan afaan Arabaatiin qophaa’e, Kan kabajamoo Sheek Dr. Haysam Sarhaaniin qophaa’e, Kan inni isa keessatti wanta nama hajjii hajja’u barbaachisu hunda ifa galchu, Tarkaanfii tarkaanfiin, Haala bareedaa fi gabaabaa ta’een, Fakkii fi mallattoodhaan kaa’amee, Namni hajjii hajja’u dirqama guddaa kana akka Nabi Muhaammad Sallallaahu Alayhi Wasallam fidetti akka raawwatuuf,

SIRNA HAJJII Read More »

Murtii Guyyaa Kurnaffaa Baatii Muharram Irraa Soomanuu

Share this book                 ★[[ حُـكْـمُ صِـيَـامِ يَـوْمِ عَـاشُـورَاءَ ]] ★لِلْـعَـلَّامَةِ الفَقِيهِ: مُحَمَّدِ بْنِ صَالِحٍ العُثَيْمِين- رَحِمَهُ اللهُ تَعَالَىٰ – ★[[Murtii Guyyaa Kurnaffaa Baatii Muharram Irraa Soomanuu]]* ★Sheikh Muhaammad Ibnu Saalihal Usayimiiniin* ★<< الــسُّـــؤَالُ >>★ مَا حُكْمُ صِيَامِ يَوْمِ عَاشُورَاءَ؟ ★<< الــجَـــوَابُ >>★ ★<<Gaaffii ?>>★ Hukmiin Baatii Muharram Guyyaa Kurnaffaa Soomuu Maalii ? ★لَمَّا قَدِمَ النَّبِيُّ ﷺ

Murtii Guyyaa Kurnaffaa Baatii Muharram Irraa Soomanuu Read More »

Barnoota Seenaa Guyyaa Kurnaffaa Ykn Guyyaa Aashuuraa

Share this book                 Barnoota Seenaa Guyyaa Kurnaffaa Ykn Guyyaa Aashuuraa •Guyyaan aashuuraa guyyaa rabbiin muusaa fi uummata isaa nagaya baasedha, Akkasuma guyyaa rabbi firaa’uunii fi waraana firaa’uun itti garraqedha. •Nabiin rabbii ﷺ jaalalaa fi obbolummaa muusaadhaaf qabuuf jecha akkasumas tumsaa fi furmaata waaraa rabbiin muusaadhaaf godhe galatoomfachuuf jecha guyyaa kana ni soomane. Hadiisaa nabii rabbii ﷺkabajamaa

Barnoota Seenaa Guyyaa Kurnaffaa Ykn Guyyaa Aashuuraa Read More »

Waliin Kaanee Habarannu

Share this book                 المستوى الأول Sadarkaa Tokkoffaa هيا بنا نتعلم Waliin Kaanee Habarannu اللغة الارومية Afaan Oromootiin المؤلف د هيثم سرحان Qopheessaan Kitaabaa: Doktor Haysam Sarhaan المدرس بالمسجد النبوي سابقا ، والمشرف على معهد السنة Armaan Dura Masjiida An-nabawi Keessatti Barsiisaa fi Ma’ahada Sunnaa keessatti Immoo Qindeessaa Turani حقوق الطبع والنشر متاحة للجميع Kitaaba Kana Maxxansuu

Waliin Kaanee Habarannu Read More »

Scroll to Top