Namni Amantii keenya kana keessatti, waan biraa kan isa irraa hin taane argamsiise, inni deebifmaadha (fudhatama hin qabu
Haadha Mu'umintootaa kan taate Ummu Abdullaah Aa'ishaa irraa akka odeeffametti -Rabbi isii irraa haa jallatu- ni jette: ergamaan Rabbii -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- ni jedhani: «Namni Amantii keenya kana keessatti, waan biraa kan isa irraa hin…

