Halalli ifa galaadha, haraamnis ifa galaadha
Nu'umaan ilma bashiir irraa odeeffamee -Rabbiin isa irraa haa jaallatu- ni jedhe: Ergamaa Rabbiitii -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- akkas jedhuun dhaga'e -nu'umaan quba isaa lamaanin gara gurra isaa lamaanitti akeekaa (dhaga'uu isaa Mirkaneessuuf…

