uumamni tokkoo keessanii garaa haadha isaa keessatti guyyaa afurtamaaf wolitti qabama
Abuu Abdurrahmaan Abdullaah ibnu Mas'uud irraa akka odeeffametti -Rabbi isa irraa haa jaallatu- ni jedhe: Ergamaan Rabbii -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- isaan dhugaa dubbataa dhugeeffamaa kan ta'an akkas jechuun nuuf odeessan: «uumamni tokkoo kee…

