Gaa’elli/nikaahni waliyyiin/eegduun malee hin hidhamu
Abuu Muusaa irraa odeeffamee -Rabbiin irraa haa jaallatu- Nabiyyiin -nagaa fi rahmatni irra haa jiraatu- akkana jedhan: "Gaa’elli/nikaahni waliyyiin/eegduun malee hin hidhamu".
Search and read verified Prophetic hadeeth translations, explanations, benefits, categories and source attribution. Page 36.
Smart instant results tolerate minor spelling mistakes, with every filter in one place.
Abuu Muusaa irraa odeeffamee -Rabbiin irraa haa jaallatu- Nabiyyiin -nagaa fi rahmatni irra haa jiraatu- akkana jedhan: "Gaa’elli/nikaahni waliyyiin/eegduun malee hin hidhamu".
Aa'ishaa Haadha Mu’mintootaa irraa akka odeeffametti -Rabbiin irraa haa jaallatu- akkana jette: Ergamaan Rabbii -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- akkana jedhan: «Dubartiin hayyama waliyyii ishee malee heerumte kamiyyuu, gaa’elli ishee seera qabeessa miti -yeroo Sadii…
Abuu hurayraa irraa akka odeeffametti -Rabbiin isa irraa haa jaallatu- ni jedhe: Ergamaan Rabbii -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- akkas jedhan: «Namni haadha manaa isaa wajjiin wal qunnamtii saalaa karaa hudduu isheetin raawwate abaaramaa dha».
Ibnu Abbaas irraa akka odeeffametti, Rabbi isaan lamaan irraa haa jaalatu, akkana jedhe: Ergamaan Rabbii -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- akkana jedhan: «Rabbiin nama wal qunnamtii saalaa raawwachuuf gara dhiiratti dhufu ykn dubartitti gara duubatiin itti hin ilaalu…
Mu'aawiyaa al-Qushayrii irraa akka odeeffametti -Rabbiin irraa haa jaallatu- akkana jedhe: Akkana jedheen: Yaa Ergamaa Rabbii haqni haadha manaa tokkoo keenyaa kan isa irratti qabdu maali? ni jedhan: «Yeroo ofii nyaattu ishee nyaachisuu, yoo ofii uffatte ishees uffisuu,…
Umar bin Abii Salamaa irraa odeeffamee -Rabbiin irraa haa jaallatu- ni jedhe: Ani mucaa guddisa Ergamaa Rabbii -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- jala ture, harki koo sahanaa nyaataa irra naanna'aa waan tureef, Ergamaan Rabbii -nagaa fi rahmanni irra…
Ibnu Umar irraa odeeffamee -Rabbiin isaan lamaan irraa haa jaalatu- Ergamaan Rabbii -nagaa fi rahmatni irra haa jiraatu- akkana jedhan: “Isin keessaa namni tokko yommuu nyaatu harka mirgaatiin haa nyaatu, yommuu dhugu harka mirgaatiin haa dhugu, Sheyxaanni harka bitaa i…
Abuu Hureyraa irraa akka odeeffametti -Rabbiin irraa haa jaallatu- Nabiyyiin -nagaa fi rahmanni isaan irratti haa jiraatu- akkas jedhan: «Namni haadha manaa lama qabaatee gara takkatti dabe, guyyaa qiyaamaa cinaachi isaa gara tokkotti dabee dhufa».
Abuu Hurayraa iraa akka odeeffametti -Rabbi isa irraa haa jaallatu- nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- ni jedhani: «Rabbiin ummata kootiif waan lubbuun isaanii isaanitti haasofte dhiiseefii jira, hanga isa hin hojjatinitti yookaan hanga isa…
Aliyyi irraa akka odeeffametti -Rabbi isa irraa haa jaallatu- nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- ni jedhani: «Namoota gosa sadi irraa qalamnni fuudhameera; nama rafu hanga dammaqutti, daa'ima hanga baallaghutti, maraataa hanga sammuun itti…
Abuu Hureyraa irraa odeeffamee -Rabbiin irraa haa jaallatu- Nabiyyiin -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- akkana jedhan: "Namni ajajamuu dhiisee jamaa'aa muslimtootaa irraa adda bahee du’e, du’a wallaalummaa du’a, Namni alaabaa gosaatin, garee tokko jalatti qabsaa’e ka…
Arfaajaa irraa odeeffamee -Rabbiin irraa haa jaallatu- akkana jedhe: Ergamaa Rabbii -nagaa fi rahmatni irra haa jiraatu- kan akkana jedhanin dhagahe: "Osoo dhimmi keessan nama tokko irratti walitti qabamee jiruu, nama gargar isin baasee tokkummaa keessan balleessuuf gar…
Follow any language without creating an account.