Rabbiin nama wal qunnamtii saalaa raawwachuuf gara dhiiratti dhufu ykn dubartitti gara duubatiin itti hin ilaalu
Ibnu Abbaas irraa akka odeeffametti, Rabbi isaan lamaan irraa haa jaalatu, akkana jedhe: Ergamaan Rabbii -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- akkana jedhan: «Rabbiin nama wal qunnamtii saalaa raawwachuuf gara dhiiratti dhufu ykn dubartitti gara duubatiin itti hin ilaalu…

