Nama miidhe Rabbiin isa miidha, akkasumas nama rakkise Rabbiin isa rakkisa
Abuu Sirmaa irraa akka odeeffametti -Rabbiin isa irraa haa jaallatu- Ergamaan Rabbii -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- ni jedhan: "Nama miidhe Rabbiin isa miidha, akkasumas nama rakkise Rabbiin isa rakkisa".

