HadeethEnc · 1.25.0
“Nama Faatihaa hin qara’iniif salaanni hin jiru”
Available translations
Choose an available translation of this Hadeeth
01
Hadeeth text
Ubadaa bin Saamit irraa odeeffamee -Rabbiin isa irraa haa jaallatu- Ergamaan Rabbii -nagaa fi rahmanni isaan irratti haa jiraatu- akkana jedhan: “Nama Faatihaa hin qara’iniif salaanni hin jiru”.
02
Explanation
Nabiyyiin -nagaa fi rahmanni isaan irratti haa jiraatu- suuraa faatihaa qara'uun maletti salaanni akka fayyaa hin taane ibsan, isiin rak'aa hunda keessatti ruknii tokko kan ruknoowwan salaataa irraa ta'eedha.
03
Benefits
Faatihaa qara’uu osoo danda'u, yoo dhiise wanti biraa irraa bakka bu'uu hin danda'u.
Beekkan dhiisus ykn wallaalaan ykn dagatee dhiisus rak’aan faatihaan keessatti hin qara’amin sirrii miti; sababni isaas isiin waan ruknii taatef jecha, ruknoowwan gonkuma hafuu hin danda'an.
Faatihaa qara'uun nama imaama hordofu irraa ni kufa, yoo imaamaa rukuu'a irra jiruu dhaqqabate.

Attribution
[Bukharif muslim irratti waliigalan]
Categories
Share
Share hadeeth
Sharing options · 0 Total shares