Namni don'i nama ani isa biratti dubbatamee salawaata narratti hin buusini
Huseen bin Aliyyi bin Abii Xaalib irraa akka odeeffametti -Rabbiin isaan lamaan irraa haa jaallatu- akkana jedhe: Ergamaan Rabbii -nagaa fi rahmatni irra haa jiraatu- akkana jedhan: «Namni don'i nama ani isa biratti dubbatamee salawaata narratti hin buusini».

