Warra kitaabaa hin dhugeessinaas hin sobsiisinaas, {Rabbii fi waan gara keenyatti buufametti amanne}
Abuu hurayraa irraa akka odeeffametti- Rabbiin isa irraa haa jaallatu- ni jedhe: Warri kitaabaa afaan ibriyyaatiin tawraatiin qara'anii worra islaamaatiif arabiffatti hiiku turan yoo ta'u, ergamaan Rabbii -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buus- akkas jedha…

