tokkoon keessan yeroo gara maatii isaatti deebi'etti gaala rimaa qabdu gurguddoo gagabbattuu sadi isaan biratti argachuu ni jaallataa?
Choose an available translation of this Hadeeth
Hadeeth text
Abuu hurayraa irraa akka odeeffametti -Rabbiin isa irraa haa jaallatu- ni jedhe: ergamaan Rabbii -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- ni jedhani: «tokkoon keessan yeroo gara maatii isaatti deebi'etti gaala rimaa qabdu gurguddoo gagabbattuu sadi isaan biratti argachuu ni jaallataa?» nutis: eeyyeen ni jaallanna jenne. Ergamaanis ni jedhan: «Aayaa sadi kan tokkoon keessan salaata isaa keessatti qara'utu, gaala rimaa qabdu gurguddoo gagabbattuu sadi irra isaaf caala».
Explanation
Benefits
hojiiwwan gaggaariin meeshaalee jireenya adduuniyaa irra kan caaltuu fi haftuuu taatedha.
sadarkaan kun aayaa sadi qofa qara'uu irratti kan daangeffamuu miti; hanguma namni salaatu salaata isaa keessatti aayaatowwan qara'uu dabaluun mindaan isiis gaalowwan rimaa qaban lakkoofsa isii irra isaaf caala.
Attribution
Categories
Share hadeeth
Sharing options · 0 Total shares

