Namni kitaaba Rabbii irraa qubee tokko dubbise, isaan mindaa tokko qaba, mindaan tokko immoo fakkaattii isii kudhaniini
Choose an available translation of this Hadeeth
Hadeeth text
Abdullaah ibnu Mas'uud irraa akka odeeffametti -Rabbi isa irraa haa jaallatu- ni jedhe: Ergamaan Rabbii -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- ni jedhani: «Namni kitaaba Rabbii irraa qubee tokko dubbise, isaan mindaa tokko qaba, mindaan tokko immoo fakkaattii isii kudhaniini, {Alif Laam Miim) jechuun qubee tokko hin jedhu, garuu {Alif} qubee tokko, {Laam} is qubee tokko, {Miim} is qubee tokko».
Explanation
Eegasii jecha isaanii: (Alif Laam Miim qubee tokko hin jedhu, garuu Alif qubee tokko, Laam qubee tokko, Miim qubee tokko) jedhuun sana ibsani: qubeen sadeen mindaa soddoma kan qabaatu ta'a.
Benefits
Nama Qur'aana dubbisuuf hunda jecha dubbiisuu keessatti tokko tokkoo qubee dubbisuutiin mindaa tokko kan kudhaniin dachaa ta'uutu isaaf jira.
Rahmanni Rabbiitii fi arjummaan isaa bal'aa ta'uu isaa agarsiisa, tolaa fi arjummaa isa irraa ta'een gabrootaaf mindaa dachaa waan godheefi.
Sadarkaa Qur'aanni haasawa biraa irra qabuudha, dubbisa isaatiin Rabbiin gabbaruu; sun immoo kan ta'e haasawa Rabbii ol ta'ee waan ta'eef jecha.
Attribution
Categories
Share hadeeth
Sharing options · 0 Total shares

