Rabbiin gabricha isaatti irra dhihoo kan ta'u dhuma halkan wolakkaati
Abuu umaamaa irraa akka odeeffametti -Rabbi isa irraa haa jaallatu- ni jedhe: amri ibnu abasaan nabiyyiidhaa -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- akkas jedhuu akka dhaga'ee jiru naaf odeesse: «Rabbiin gabricha isaatti irra dhihoo kan ta'u dhuma halkan…

