“Yeroo Azaana dhageessan, fakkaatuma lallabaan jedhu jedhaa”
Abuu Sa’iid Al-khudrii irraa odeeffamee -Rabbiin isa irraa haa jaalatu- Ergamaan Rabbii -nagayaa fi rahmanni Rabbiin irra haa jiraatu- akkana jedhan: “Yeroo Azaana dhageessan, fakkaatuma lallabaan jedhu jedhaa”.

