Gidduu azaana lameenii hundatti salaataatu jira, gidduu azaana lameenii hundatti salaataatu jira», eegasii sadaffaa irratti akkas jedhani: «nNama fedheefi
Choose an available translation of this Hadeeth
Hadeeth text
Abdullaah ibnu Mughaffal irraa akka odeeffametti -Rabbi isa irraa haa jaallatu- ni jedhe: Nabiyyiin -Rabbbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- ni jedhani: «Gidduu azaana lameenii hundatti salaataatu jira, gidduu azaana lameenii hundatti salaataatu jira», eegasii sadaffaa irratti akkas jedhani: «nNama fedheefi».
Explanation
Benefits
Jecha irra deddeebi'uu keessatti karaa nabiyyii agarsiisa -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu-, sun immoo dhageessisuu fi barbaachisummaa waan dubbatanuu gadi jabeessuuf jecha.
Azaana lameen jechuun kan itti fedhame: Azaanaa fi iqaamaadha, azaana lama jedhee kan waameef tokko irra caalchisuuni, (aduu fi ji'aan) ji'a lameen akka jedhamutti, akkasumas (Abuu Bakirii fi Umariin) Umar lameen akkuma jedhamutti.
Azaanni yeroon salaataa seenuu beeksisuudha, iqaamaan immoo hojiin salaataa ga'uu beeksisuudha.
Attribution
Categories
Share hadeeth
Sharing options · 0 Total shares

