Nabiyyii irraa -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- Rak’aa kudhanin haffaze
Choose an available translation of this Hadeeth
Hadeeth text
Ibnu Umar irraa odeeffamee -Rabbiin isaan irraa haa jaallatu- akkas jedhe: Nabiyyii irraa -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- Rak’aa kudhanin haffaze: rak'aa lama zuhrii dura, lama ammoo isii booda, rak'aa lama maghriiba booda mana ofiititti, rak'aa lama ishaa'ii booda mana ofititti rak'aa lamaa fi subhii dura rak'aa lama, Sa'aatii Nabiyyii irratti -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- hin seenamne turte, mu'azzinni yeroo azaanee fajriin bahe rak’aa lama akka salaatan Hafsaan natti himte. gabaasa biroo keessatti: Rasuulli -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- salaata jum’aa booda rak’aa lama kan salaatan ta'an.
Explanation
Benefits
Sunnaa mana keessatti salatuun karaa ta'uudha.
Attribution
Categories
Share hadeeth
Sharing options · 0 Total shares

