Barnoota Seenaa Guyyaa Kurnaffaa Ykn Guyyaa Aashuuraa

Barnoota Seenaa Guyyaa Kurnaffaa Ykn Guyyaa Aashuuraa

Barnoota Seenaa Guyyaa Kurnaffaa Ykn Guyyaa Aashuuraa
•Guyyaan aashuuraa guyyaa rabbiin muusaa fi uummata isaa nagaya baasedha, Akkasuma guyyaa rabbi firaa’uunii fi waraana firaa’uun itti garraqedha.
•Nabiin rabbii ﷺ jaalalaa fi obbolummaa muusaadhaaf qabuuf jecha akkasumas tumsaa fi furmaata waaraa rabbiin muusaadhaaf godhe galatoomfachuuf jecha guyyaa kana ni soomane.
Hadiisaa nabii rabbii ﷺkabajamaa keessatti akkuma dhufe jiru jechuudha, <<Soomana guyyaa aashuuraa rabbirrattin herreeggadha, rabbiin sababa isaatiin dilii waggaa isa duratti dabree namarraa haquu ykn buusuu >> jedhan.
Yahuudaa fi nasaaraa faallessuuf guyyaa saglaffaa isa waliin soomanun ni jaalatama
•Guyyaa kana keessatti gochoowwan gariin ahlul-bida’ii hojjetan jibbamaadha. Innis;- Huseen Ibnu Aliyyii ajjeeffamuu sababeeffachuun guyyaa kana guyyaa gaddaa, guyyaa iyyiinsaa, guyyaa keessatti of kabaluun lubbuu ofii miidhan fi guyyaa meeshaa qabuun mataa ykn qaamaa ofiirra rukutuun dhiiga ofirraa baasaanii gochuun dhorgamadha.
Ajjeeffamuu huseeniif gaddi keenya kan inni ta’uu qabu afaatii kanarratti obsuudhaan, galata isaa rabbirratti lakkaawwachuunii fi murtii rabbii jaalachuudhaani malee gochoowwan akkasiitiin miti.
•Aashuuraan hamilee fi lubbuu ofiitiif waan gaarii yaaduutti nama kakaasaa
Aashuuraan tumsaa fi cinqoowwaniif furmaata dhiheessuudhaan hamilee namatti hora
Bar rabbiin beellama namaaf qaba malee jaalalloowwanii fi gabroottan isaa mu’umintootaa nagaya baase zaalimtoota immoo ni halaaka.
Akkuma rabbiin muusaa (عليه السلام) nagaya baasee firaa’uuniin immoo garraqetti jechuudha.
Qopheessaan: Sheyikh Hayisam Sarhaan
Hiikaan: Omer Ibn Abdulaziiz

Prayer of the Prophet

Prayer of the Prophet ﷺ

The description of the Prophet’s prayer Description of the Prophet’s prayer: a banner in english by His Eminence Dr. Haitham Sarhan, bearing a brief illustrated description of how the Prophet—peace be upon him—performed prayer, from takbeer (start of prayer) until tasleem (end of prayer) as though you see him. صفة صلاة النبي

14573831_5477567

RABA TSAKANIN MASOYA

عنوان المقطع
RABA TSAKANIN MASOYA
التفريق بين الأحبة

المترجم: د. أبو بكر حمزة
Fassarar:
Dr. Abubakar Hamza Misau

اللغة الهوسا
Hausa

TSAKANIN MACE DA SURKARTA

TSAKANIN MACE DA SURKARTA

عنوان المقطع
TSAKANIN MACE DA SURKARTA
بين الزوجة والحماة

المترجم: د. أبو بكر حمزة
Fassarar:
Dr. Abubakar Hamza Misau

اللغة الهوسا
Hausa

ناشو را كونينك په زىلىتى توغىرسىدا

ناشو را كونينك په زىلىتى توغىرسىدا

فضل يوم عاشوراء
ناشو را كونينك په زىلىتى توغىرسىدا.
ئاشو را كونى بولسا ئاللاهنيك نهي بولغان مؤهه رده م ئهينك
ئونینچی کوندور
بؤ ئاللاهنيك كونلىرىدىن بولغان كانتا كوندور
تو کونده ئاللاھ تائالا مؤسائه له يھىسسالامنى وه ئؤنيك قه و مينى
قو تقازدی پیرئون وه ئؤنيك قه ومنى هالاك قىلدى.
موسا ئه له يھىسسالام ئاللاهقا ته شه ککور
تؤتتى.
نیتیپ ، بو کونده روزا
ئون گدین کمپین په يغه مبه رئه له يهسسالاممؤ بؤ كونده روزا توتتى.
ئىبنى ئابباس ره زبيه للاهو ئه نه دىن بايان قىلىنغان هه دیسته
په يغه مبه ر ئه له یهسسالام مه دینگه هیجره ت قلیپ که لگه نده
تو لارنيك ناشو را کونیده روزا تو تو اتقانلىقىنى بىلدى، أولاريو
كوندا روزا تو تو شنيك سه وه بی بايان قىلىپ بو به ك و روغ كون
بو کونده ئاللاھ تائالا مؤسائه له يھىسسالامنى وه ئؤنيك قه ومبنى
قو تقازدی پیرئون وه ئؤنيك قه ومعنى هالاك قىلدى، مؤسا
ئه له يهىسسالام ئاللاهقا ته شه كکور پپیتیپ روزا توتتی دیدی.
په يغه مبه رئه له يهنىسسالام: «موسا ئه له يھىسسالامغا ئه گیششته
تولاردين مه ن به ك لایق ده پ روزی روزا توتنی وه ساها بلا رنیمو
تؤتؤشقا بو يريدى.
ناشه را کوننده روزا تو تو شنيك نه جبر- ساؤ ابى كاتتا بولىدو
و ئوتكەن بىر يىللىق خاتالىققا کاپارەت بولىدو
په يغه مبه ر ئه له يهسسسالام: «ئاللاھ تائالادین ناشه را كونينك
روزىسىنى ئوتكەن بىر يىللىق خاتالىققا کا پاره ت قىلىشنى ئومید
قلیمه ن» دېدی.
ئاشوره کونیده روزا تو تقان کشی مؤ شو كاتتا ئه جبر- ساؤ ايقا
به ريشيدو، بونگها قېتىپ توققو زینچی که
SARHAAN.COM
كونيمو
روزا تو تقان
كىشىنيك نه جبر-ساؤ ابى كاتتا بولىدو.
اللغة الإيغورية
روزه
MAHADSUNNAH.COM