
SIRNA HAJJII
SIRNA HAJJII : Paanaalii fakkiiwwan afaan Arabaatiin qophaa’e, Kan kabajamoo Sheek Dr. Haysam Sarhaaniin qophaa’e, Kan inni isa keessatti wanta nama hajjii hajja'u barbaachisu hunda ifa galchu, Tarkaanfii tarkaanfiin, Haala bareedaa fi gabaabaa ta’een, Fakkii fi mallattoodhaan kaa'amee, Namni hajjii hajja'u dirqama guddaa kana akka Nabi Muhaammad Sallallaahu Alayhi Wasallam fidetti akka raawwatuuf, Innis kan jedhe : SIRNA HAJJII KEESSAN NARRAA FUDHAA. Sirna Hajjii: Suuraa barruu Afaan Oromootin...
SIRNA HAJJII
SIRNA HAJJII : Paanaalii fakkiiwwan afaan Arabaatiin qophaa’e, Kan kabajamoo Sheek Dr. Haysam Sarhaaniin qophaa’e, Kan inni isa keessatti wanta nama hajjii hajja'u barbaachisu hunda ifa galchu, Tarkaanfii tarkaanfiin, Haala bareedaa fi gabaabaa ta’een, Fakkii fi mallattoodhaan kaa'amee, Namni hajjii hajja'u dirqama guddaa kana akka Nabi Muhaammad Sallallaahu Alayhi Wasallam fidetti akka raawwatuuf, Innis kan jedhe : SIRNA HAJJII KEESSAN NARRAA FUDHAA.
Sirna Hajjii: Suuraa barruu Afaan Oromootin Sheekh Haysam Sarhaan tiin qophooyte, Akkaataa Namni Tartiibanii fi bifa sirrii taheen Sirna Hajjii itti gaggeessu tan agarsiistuudha. Karaa gabaabinaan tahee fi Suuraa waliin kaahamte, Akkaataadhuma Ergamaan Rabbii ﷺ “Sirna Hajjii keessan anarraa ilaalladhaa” Jedhan.

SIRNA HAJJII
Scan QR Code | Use a QR Code Scanner to fast download directly to your mobile device