Waliin Kaanee Habarannu

Spread the love

المستوى الأول
Sadarkaa Tokkoffaa

هيا بنا نتعلم
Waliin Kaanee Habarannu

اللغة الارومية
Afaan Oromootiin

المؤلف د هيثم سرحان
Qopheessaan Kitaabaa: Doktor Haysam Sarhaan

المدرس بالمسجد النبوي سابقا ، والمشرف على معهد السنة
Armaan Dura Masjiida An-nabawi Keessatti Barsiisaa fi Ma'ahada Sunnaa keessatti Immoo Qindeessaa Turani

حقوق الطبع والنشر متاحة للجميع
Kitaaba Kana Maxxansuu fi Ummatatti Faffacaasuun Hundumaafu Eeyyamamaa dha

هيا بنا نتعلم: كتاب باللغة الارومية، ألفه الدكتور هيثم سرحان، يهدف إلى تعليم الطفل المسلم مبادئ الدين والأخلاق والآداب الإسلامية من خلال أسلوب ممتع وشيق، جمع بين موثوقية المعلومة والالتزام بالضوابط الشرعية وبين مراعاة حب الطفل لِلَّعب والتسلية

Waliin kaanee Habarannu
Kitaaba Afaan oromootiin Dhihaate

kitaabni kun daa’imman muslimaa barsiisuuf, Diin Islaamaa kessaa waan dura bu'aa ta’ee fi waan akka haalaa fi adaba Islaamaa irrratti xiyyeefachuu dhaan akkaataa bareedaa fi gammachisaa ta'een Doktor Haysam Sarhaaniin qopheeffame.

Akkaataan itti barreeffames, ragaa beekamaaf amanamaa irratti hundaahuu dhaan seera sheri'aa eeggatee, jaalala daa’imman xaphaaf bashannanaa qaban waliin qinddeessudhaan qopheeffame.