Nabiyyii -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- takkaayyuu kan hoonga gahanii kolfan hin argine, hanga laagaa isaanii argutti. ni seeqatu malee
Aa'ishaa Haadha Mu'mintootaa irraa odeeffame Rabbiin irraa haa jaallatu akkas jette: Nabiyyii -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- takkaayyuu kan hoonga gahanii kolfan hin argine, hanga laagaa isaanii argutti. ni seeqatu malee.

