HadeethEnc · 1.25.0
Ergamaan Rabbii -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- namoota hunda irra haala gaariin irra bareedaa turani
Available translations
Choose an available translation of this Hadeeth
01
Hadeeth text
Anas ibnu Maalik irraa akka odeeffametti -Rabbi isa irraa haa jaallatu- ni jedhe: Ergamaan Rabbii -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- namoota hunda irra haala gaariin irra bareedaa turani.
02
Explanation
Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- namoota hunda irra haalli isaanii guutuu ture, haala gaarii fi toltuuwwan hunda irratti dursi kan isaanii ture, haasawa toluu, toltuu hojjachuu, fuula ifuu, rakkoo nama irraa qabachuu fi rakkina namoota irraa isaanitti dhufu immoo danda'uun.
03
Benefits
Haalli Nabiyyii -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- guutuu ta'uu isaa.
Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- isaantu haala toluu keessatti hidhannoo guutuudha.
Haal toluu isaanii keessatti nabiyyiitti hidhachuutti -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- kakaasuutu keessa jira.

Attribution
[Bukharif muslim irratti waliigalan]
Categories
Share
Share hadeeth
Sharing options · 0 Total shares