Malaa'ikonni imaltoota isaanin waliin saree fi bilbilli jiru waliin hin deeman
Abuu Hureyraa irraa odeeffame, Rabbiin isa irraa haa jaalatu, Ergamaan Rabbii nagaa fi rahmanni irra haa jiraatuu, akkana jedhan: "Malaa'ikonni imaltoota isaanin waliin saree fi bilbilli jiru waliin hin deeman".

