HadeethEnc · 1.25.0
Malaa'ikonni imaltoota isaanin waliin saree fi bilbilli jiru waliin hin deeman
Available translations
Choose an available translation of this Hadeeth
01
Hadeeth text
Abuu Hureyraa irraa odeeffame, Rabbiin isa irraa haa jaalatu, Ergamaan Rabbii nagaa fi rahmanni irra haa jiraatuu, akkana jedhan: "Malaa'ikonni imaltoota isaanin waliin saree fi bilbilli jiru waliin hin deeman".
02
Explanation
Nabiyyiin nagaa fi rahmanni irra haa jiraatuu, malaa'ikonni imaltoota imala keessatti isaanin waliin sareen jiru, ykn bilbilli beyladaa irratti fannifamee yeroo isheen sochoote sagalee argamsiisu jiru waliin akka hin imalle himani.
03
Benefits
Saree adamsaaf ykn eegemsaaf fayyadaman malee, saree qabaachuu fi of waliin oofuun dhorgaa ta'uudha.
Malaa'ikoonni saahibummaa irraa didan sun isaan malaa'ikoota rahmataa yoo ta’an, malaa'ikoonni nama eegan ammoo deemsaa fi teessuma keessattis gabrootaan addaan hin bahan.
Bilbilli dhoorgaa ta'uudha; Sababni isaas; shubbisoowwan sheyxaanaa keessaa tokko waan ta'eef jecha, akkasumas bilbila kiristaanatti fakkaachutu isa keessa jira.
Muslimni waan malaa'ikoota isa irraa fageessuu danda’u hunda irraa of eeggachuudha qaba.

Attribution
[Muslimtu gabaase]
Categories
Share
Share hadeeth
Sharing options · 0 Total shares