Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- halkan yeroo ka'an rigaan afaan isaanii rigatu turani
Huzeyfaa irraa akka odeeffametti -Rabbiin isa irraa haa jaallatu- akkas jedhe: Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- halkan yeroo ka'an rigaan afaan isaanii rigatu turani.

