Rifeensa affarroo (hidhii gubbaa) gabaabsaa, Areeda dhiisaa
Choose an available translation of this Hadeeth
Hadeeth text
Ibnu Umar irraa odeeffamee -Rabbiin isaan irraa haa jaallatu- Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- akkas jedhan: "Rifeensa affarroo (hidhii gubbaa) gabaabsaa, Areeda dhiisaa".
Explanation
Faallaa saniitti ammoo areeda guddisuu fi guutuu taatee akkuma isiin jirtu sanitti isii dhiisuutti ajajaniiru.
Benefits
Attribution
Categories
Share hadeeth
Sharing options · 0 Total shares

