(Namni tokko yeroo obboleessa isaa jaallate akka isa jaallatu isatti haa himu)
Miqdaam ibnu ma'adii karib -Rabbiin isa irraa haa jaallatu- Nabiyyii irraa akka odeessetti -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- akkana jedhan: (Namni tokko yeroo obboleessa isaa jaallate akka isa jaallatu isatti haa himu).

