Ani isin shakkuuf isin hin kakachiifne, garuu Jibriil gara koo dhufee Rabbiin guddaan Malaa'ikootatti akka isiniin dhaaddataa jiru natti hime
Abuu Sa’iid Al-Khudrii irraa odeeffamee akkana jedhe: Mu'aawiyaan masjiida keessatti Halqaa wahitti dhufee, akkana jedheen: Maaltu isin teessise? Isaanis ni jedhan: Nuti Rabbiin zakkaruuf teenye, ni jedhe: Rabbiin isin qabee kanaaf malee waan biraatif hin teenyee? isaan…

