“Booda ummata kootii keessatti namoonni waan isinii fi abbootiin keessan hin dhagahin isinitti himan ni argamu, warra akkasii san irraa fagaadhaa”
Abuu Hureyraa irraa odeeffamee, Ergamaan Rabbiin -nagaa fi rahmatni irra haa jiraatu- akkas jedhan: “Booda ummata kootii keessatti namoonni waan isinii fi abbootiin keessan hin dhagahin isinitti himan ni argamu, warra akkasii san irraa fagaadhaa”.

