Rabbii fi Ergamaan isaa farsoo, du'aa, karkarroo fi taabota gurguruu haraama taasisanii jiru
Jaabir ibnu Abdullaah irraa akka odeeffametti -Rabbi isaan irraa haa jaallatu- ergamaa Rabbiitii -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- bara fathii keessa makkaatti isaanii akkas jedhuun dhaga'e: «Rabbii fi Ergamaan isaa farsoo, du'aa, karkarroo fi taabo…

