HadeethEnc · 1.25.0
Hunda bineensa qarrinffaa qabu irraa dhoorganii jiru, akkasumas hunda allaattii qeensa qabu irraas
Available translations
Choose an available translation of this Hadeeth
01
Hadeeth text
Ibnu Abbaas irraa akka odeeffametti -Rabbi isaan irraa haa jaallatu- Ergamaan Rabbii, Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu: Hunda bineensa qarrinffaa qabu irraa dhoorganii jiru, akkasumas hunda allaattii qeensa qabu irraas.
02
Explanation
Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- hunda bineensa karaa qarrinffaa isaatiin adamsuu nyaachuu irraa dhoorgani, akkasuma hunda allaattii qeensa isaatiin qabuu fi kutu nyaachuus dhoorganiiru.
03
Benefits
Islaamumaan waan hunda keessatti, nyaata, dhugaatii fi kan biroo keessatti gaggaarii filachuu isaa.
Waan nyaatamu keessatti bu'uurri halaala; haraama ta'uu isaa irratti ragaan waan akeeke malee.
Waan nyaatamu keessatti bu'uurri halaala; haraama ta'uu isaa irratti ragaan waan akeeke malee.
Attribution
[Muslimtu gabaase]
Categories
Share
Share hadeeth
Sharing options · 0 Total shares

