Ergamaan Rabbii -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- rifeensa mataa garii haadanii garii dhiisuu irraa dhoorgani
Choose an available translation of this Hadeeth
Hadeeth text
Ibnu Umar irraa akka odeeffametti -Rabbi isaan lameen irraa haa jaallatu-: Ergamaan Rabbii -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- rifeensa mataa garii haadanii garii dhiisuu irraa dhoorgani.
Explanation
Dhoorgaan dhiirota xixiqqaa fi gurguuddaas walitti qabata, dubartiin immoo rifeensa mataa isii tasuma haaduu hin qabdu.
Benefits
Attribution
Categories
Share hadeeth
Sharing options · 0 Total shares

