Rabbiin ol ta'e worra jannataatiin ni jedha: yaa worra jannataa? Rabbii keenya siif owwaanne si gammachiifne jedhu, Rabbiinis ni jedha: jaallatanii? isaanis ni jedhu: akkamitti jaallachuu dhabna atoo waan uumama kee tokkof hin kennine dhugaatti nuuf kennitee hoo?
Choose an available translation of this Hadeeth
Hadeeth text
Abuu sa'iid Al-khudurii irraa akka odeeffametti -Rabbi isa irraa haa jaallatu- ni jedhe: ergamaan Rabbii -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- ni jedhani: «Rabbiin ol ta'e worra jannataatiin ni jedha: yaa worra jannataa? Rabbii keenya siif owwaanne si gammachiifne jedhu, Rabbiinis ni jedha: jaallatanii? isaanis ni jedhu: akkamitti jaallachuu dhabna atoo waan uumama kee tokkof hin kennine dhugaatti nuuf kennitee hoo? Rabbiinis ni jedha: ani waan sana caalun isinif keenna, isaanis ni jedhani: yaa Rabbi, maaltu sana caala? Rabbiinis ni jedha: jaalala koon isinitti uffisa booda isaatii yoomuu isinitti hin dallanu».
Explanation
Benefits
isaan irraa jaallachuun gammachuu Rabbiin worra jannataa gammachiise, jaalala isaa isaan uffisuu fi yoomiyyuu isaanitti dallanuu dhabuu isaa.
worri jannataa qubsumni isaanii wol dhabuu fi sadarkaan isaanii addaa adda ta'uu isaa woliin hunduu haala keessa jiru jaallachuu isaa; hunduu waan jecha tokkoon, "waan uumama kee tokkoof hin kennine nuuf kennite" jedhanii deebisaniif jecha.
Attribution
Categories
Share hadeeth
Sharing options · 0 Total shares

