kun dhagaa erga woggaa torbaatamaatii ibiddatti darbame, inni hanga ammaatti ibidda keessatti gadi knkolaataa ture hanga guyyaa hardhaa dhuma ibiddaa qaqqabetti
Choose an available translation of this Hadeeth
Hadeeth text
Abuu Hureyraa irraa akka odeeffametti -Rabbiin irraa haa jaalatu- ni jedhe: Ergamaa Rabbii woliin yeroo turre tokkotti -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu-, sagalee rifaasisaa dhaga'ani, nabiyyiinis -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- akkana jedhani: «waan kun ta'e beektuu?» ni jedhe: Rabbumaa fi ergamaa isaatu beeka jenne, nabiyyiinis akkas jedhani: «kun dhagaa erga woggaa torbaatamaatii ibiddatti darbame, inni hanga ammaatti ibidda keessatti gadi knkolaataa ture hanga guyyaa hardhaa dhuma ibiddaa qaqqabetti».
Explanation
Nabiyyiinis -Rabbiin rahamataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- akkas isaaniin jedhani: sagaleen isin dhageessan kun dhagaa erga woggaa torbaatamaatii fiixee jahannam irraa darbamee konkolaataa isii keessa gadi deemaa ture yeroo isiin sagalee isaa dhageessan kanatti dhuma isii qaqqabedha.
Benefits
Ilmi namaa waan beekumsa itti hin qabne keessatti beekumsa gama Rabbiitti hirkisuun jaallatamaa ta'uu isaa.
Barsiisaan ibsuun duratti xiyyeefannaa fi dammaqiinsa uumuu; hubachiisuuf akka gargaaruuf jecha.
Attribution
Categories
Share hadeeth
Sharing options · 0 Total shares

