Hanga namni tokko qabrii nama biraa bira darbee akkana jedhutti qiyaamaan hin dhuftu: Osoon bakka isaa ta’ee natti tola
Choose an available translation of this Hadeeth
Hadeeth text
Abuu Hureyraa irraa odeeffamee -Rabbiin isa irraa haa jaallatu- Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- akkas jedhan: "Hanga namni tokko qabrii nama biraa bira darbee akkana jedhutti qiyaamaan hin dhuftu: Osoon bakka isaa ta’ee natti tola".
Explanation
Benefits
Iimaana fi hojiilee gaggaarii hojjachuu fi iddoolee fitnaa fi balaa adda addaa irraa fagaachuun of eeggannoo gochuu fi du'aaf qophaa'urratti kakaasuudha.
Attribution
Categories
Share hadeeth
Sharing options · 0 Total shares

