Namni wolitti nama naqu (diru) jannata hin seenu
Choose an available translation of this Hadeeth
Hadeeth text
Huzayfaa irraa odeeffamee -Rabbiin isa irraa haa jaallatu- ni jedhe: Nabiyyiidhaa -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- akkas jedhuun dhaga'e: "Namni wolitti nama naqu (diru) jannata hin seenu".
Explanation
Benefits
Dhuunfaa fi gareewwan gidduutti balleessuu fi miidhuun waan isii keessa jiruuf namiimummaa irraa dhoorguudha.
Attribution
Categories
Share hadeeth
Sharing options · 0 Total shares

