افتتاح البرنامج الدعوي السبت القادم، ٩ / ٣ / ١٤٤٨هـ بعد صلاة الفجر مباشرة مسجد محمد بن إبراهيم، الجامعة الإسلامية بالمدينة المنورة فضيلة الشيخ د. هيثم بن محمد سرحان دورة اليوم الواحد، وختم كتاب كل سبت بإذن الله حياكم الله ونفع بكم. افتتاح البرنامج الدعوي السبت القادم، ٩ / ٣ / ١٤٤٨هـ بعد صلاة الفجر مباشرة مسجد محمد بن إبراهيم، الجامعة الإسلامية بالمدينة المنورة فضيلة الشيخ د. هيثم بن محمد سرحان دورة اليوم الواحد، وختم كتاب كل سبت بإذن الله حياكم الله ونفع بكم. افتتاح البرنامج الدعوي السبت القادم، ٩ / ٣ / ١٤٤٨هـ بعد صلاة الفجر مباشرة مسجد محمد بن إبراهيم، الجامعة الإسلامية بالمدينة المنورة فضيلة الشيخ د. هيثم بن محمد سرحان دورة اليوم الواحد، وختم كتاب كل سبت بإذن الله حياكم الله ونفع بكم. افتتاح البرنامج الدعوي السبت القادم، ٩ / ٣ / ١٤٤٨هـ بعد صلاة الفجر مباشرة مسجد محمد بن إبراهيم، الجامعة الإسلامية بالمدينة المنورة فضيلة الشيخ د. هيثم بن محمد سرحان دورة اليوم الواحد، وختم كتاب كل سبت بإذن الله حياكم الله ونفع بكم. افتتاح البرنامج الدعوي السبت القادم، ٩ / ٣ / ١٤٤٨هـ بعد صلاة الفجر مباشرة مسجد محمد بن إبراهيم، الجامعة الإسلامية بالمدينة المنورة فضيلة الشيخ د. هيثم بن محمد سرحان دورة اليوم الواحد، وختم كتاب كل سبت بإذن الله حياكم الله ونفع بكم. افتتاح البرنامج الدعوي السبت القادم، ٩ / ٣ / ١٤٤٨هـ بعد صلاة الفجر مباشرة مسجد محمد بن إبراهيم، الجامعة الإسلامية بالمدينة المنورة فضيلة الشيخ د. هيثم بن محمد سرحان دورة اليوم الواحد، وختم كتاب كل سبت بإذن الله حياكم الله ونفع بكم. افتتاح البرنامج الدعوي السبت القادم، ٩ / ٣ / ١٤٤٨هـ بعد صلاة الفجر مباشرة مسجد محمد بن إبراهيم، الجامعة الإسلامية بالمدينة المنورة فضيلة الشيخ د. هيثم بن محمد سرحان دورة اليوم الواحد، وختم كتاب كل سبت بإذن الله حياكم الله ونفع بكم. افتتاح البرنامج الدعوي السبت القادم، ٩ / ٣ / ١٤٤٨هـ بعد صلاة الفجر مباشرة مسجد محمد بن إبراهيم، الجامعة الإسلامية بالمدينة المنورة فضيلة الشيخ د. هيثم بن محمد سرحان دورة اليوم الواحد، وختم كتاب كل سبت بإذن الله حياكم الله ونفع بكم.
#3791[ragaalee isaatiin hasani]
HadeethEnc · 1.25.0

Halkan imala na geessan(Halkan israa'ii) Ibraahiim nan qunname, akkana jedhe: Yaa Muhammad salaamtaa anaraa ummata keetitti geessii, Jannanni biyyee gaarii fi bishaan mi'aawaa akka qabdu isaanitti himi

Available translations

Choose an available translation of this Hadeeth

01

Hadeeth text

Ibnu Mas'uud irraa odeeffame Rabbiin irraa haa jaallatu akkana jedhe: Ergamaan Rabbii -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- akkana jedhan: «Halkan imala na geessan(Halkan israa'ii) Ibraahiim nan qunname, akkana jedhe: Yaa Muhammad salaamtaa anaraa ummata keetitti geessii, Jannanni biyyee gaarii fi bishaan mi'aawaa akka qabdu isaanitti himi, akkasumas lafti ishee diriiraa walqixxaa'e akka ta'ee fi biqiltuun ishee Subhaanallaah walhamdulillaah walaa ilaaha Illallaah wallaahu Akbar jechuu akka ta'e itti himi».
02

Explanation

Nabiyyiin -nagaa fi rahmatni irra haa jiraatu- halkan Imalaa Israa'ii fi Mi’iraaj Ibraahiim Al-khaliil waliin akka wal argan, Inni akkana akka isaanin jedhe himan: yaa Muhammad: Salaamtaa anarraa ummata keetitti geessi, Jannanni biyyee gaarii fi Bishaan mi'aawaa soogidda hin qabne akka qabdu isaan beeksisi, akkasumas Jannanni eddoo bal’aa, wal qixaa kan muka irraa bilisa ta'e akka taate fi biqiltuun ishee jechoota gaarii akka ta'e, isaanis haftoowwan gaarii: Subhaanallaah walhamdulillaah walaa ilaaha Illallaah wallaahu Akbar jechuu akka ta'e isaan beeksisi, jechuunis: Rabbiin qulqullaa'e, faaruun isa qofaafi, isa malee hqaan gabbaramaan hin jiru, inni waa hunda caalaa guddaadha jechuudha, Muslimni lakkuma ishee irra deddeebi'ee Jannata keessatti biqultuun isaaf dhaabbata.
03

Benefits

Biqiltoota Jannata keessatti baay’ifachuuf yeroo hunda Zikrii jechuu irratti kakaasuudha.
Sadarkaa ummanni Islaamaa qabduudha; Ibraahiim -nageenyi fi rahmatni irra haa jiraatu- sana irraa ka'ee salaamtaa isaanif erge.
Ibraahiim -nagaan irra haa jiraatu- Ummatni Muhammad -nagaa fi rahmatni irra haa jiraatu- Rabbii ol ta'e akka zakkaruu akka baay'isan kakaasuudha.
Xiibiin akkana jedhe: Jannatni lafa diriiraadha, eegasii Rabbiin ol ta'e tola isaatiin mukkeeni fi gamoowwan akkaataa dalagaa namootatiin ishee keessatti argamsiise, Hojjetaan kamiyyuu sababa hojii isaatiin kan biraa irraa adda, eegasii Rabbiin ol ta'e sanaan mindaa akka argatuuf jecha hojii irraa waan isaaf uumameef yeroo isa laaffisu akka nama mukkeen sana biqiltuu dhaabuu isa godhe.

Attribution

[tirmizii odeesse]

Categories

Share

Share hadeeth

Sharing options · 0 Total shares

Share

← Back to encyclopedia
Shopping Basket

Loading...