افتتاح البرنامج الدعوي السبت القادم، ٩ / ٣ / ١٤٤٨هـ بعد صلاة الفجر مباشرة مسجد محمد بن إبراهيم، الجامعة الإسلامية بالمدينة المنورة فضيلة الشيخ د. هيثم بن محمد سرحان دورة اليوم الواحد، وختم كتاب كل سبت بإذن الله حياكم الله ونفع بكم. افتتاح البرنامج الدعوي السبت القادم، ٩ / ٣ / ١٤٤٨هـ بعد صلاة الفجر مباشرة مسجد محمد بن إبراهيم، الجامعة الإسلامية بالمدينة المنورة فضيلة الشيخ د. هيثم بن محمد سرحان دورة اليوم الواحد، وختم كتاب كل سبت بإذن الله حياكم الله ونفع بكم. افتتاح البرنامج الدعوي السبت القادم، ٩ / ٣ / ١٤٤٨هـ بعد صلاة الفجر مباشرة مسجد محمد بن إبراهيم، الجامعة الإسلامية بالمدينة المنورة فضيلة الشيخ د. هيثم بن محمد سرحان دورة اليوم الواحد، وختم كتاب كل سبت بإذن الله حياكم الله ونفع بكم. افتتاح البرنامج الدعوي السبت القادم، ٩ / ٣ / ١٤٤٨هـ بعد صلاة الفجر مباشرة مسجد محمد بن إبراهيم، الجامعة الإسلامية بالمدينة المنورة فضيلة الشيخ د. هيثم بن محمد سرحان دورة اليوم الواحد، وختم كتاب كل سبت بإذن الله حياكم الله ونفع بكم. افتتاح البرنامج الدعوي السبت القادم، ٩ / ٣ / ١٤٤٨هـ بعد صلاة الفجر مباشرة مسجد محمد بن إبراهيم، الجامعة الإسلامية بالمدينة المنورة فضيلة الشيخ د. هيثم بن محمد سرحان دورة اليوم الواحد، وختم كتاب كل سبت بإذن الله حياكم الله ونفع بكم. افتتاح البرنامج الدعوي السبت القادم، ٩ / ٣ / ١٤٤٨هـ بعد صلاة الفجر مباشرة مسجد محمد بن إبراهيم، الجامعة الإسلامية بالمدينة المنورة فضيلة الشيخ د. هيثم بن محمد سرحان دورة اليوم الواحد، وختم كتاب كل سبت بإذن الله حياكم الله ونفع بكم. افتتاح البرنامج الدعوي السبت القادم، ٩ / ٣ / ١٤٤٨هـ بعد صلاة الفجر مباشرة مسجد محمد بن إبراهيم، الجامعة الإسلامية بالمدينة المنورة فضيلة الشيخ د. هيثم بن محمد سرحان دورة اليوم الواحد، وختم كتاب كل سبت بإذن الله حياكم الله ونفع بكم. افتتاح البرنامج الدعوي السبت القادم، ٩ / ٣ / ١٤٤٨هـ بعد صلاة الفجر مباشرة مسجد محمد بن إبراهيم، الجامعة الإسلامية بالمدينة المنورة فضيلة الشيخ د. هيثم بن محمد سرحان دورة اليوم الواحد، وختم كتاب كل سبت بإذن الله حياكم الله ونفع بكم.
#3104[sirrii]
HadeethEnc · 1.25.0

Allaahumma baa'id beynii wa beyna khaxaayaaya kamaa baa'adtta beynal mashriqi walmaghrib

Available translations

Choose an available translation of this Hadeeth

01

Hadeeth text

Abuu Hureyraa irraa odeeffame, Rabbiin irraa haa jaalatu, ni jedhe: Ergamaan Rabbii -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- yeroo salaatuf "Allaahu Akbar" jedhan osoo hin qara’in yeroo muraasaaf kan callisan waan ta’aniif, ani akkana jedheen: Yaa Ergamaa Rabbii haadha fi abbaan kiyya fidaa isiniif haa ta'anii takbiiraa fi qara'uu jidduutti maal jettu? Isaanis akkas jedhan: «Akkanan jedha: Allaahumma baa'id beynii wa beyna khaxaayaaya kamaa baa'adtta beynal mashriqi walmaghrib, Allaahumma naqqinii min khaxaayaaya kamaa yunnaqqaa assoobul abyadu minaddas, Allaahumma ighsilnii min khaxaayaaya bissalji walbarad», jechuunis: Yaa Rabbi akkuma Bahaa fi Dhihaa gargar fageessitetti anaa fi dilii koo gargar fageessi, Yaa Rabbi akkuma uffanni adiin xurii irraa qulqullaa'utti dilii koo irraa na qulqulleessi, Yaa Rabbi dilii koo irraa bishaanin, fixeensaa fi cabbiin na dhiqi, jechuudha.
02

Explanation

Nabiyyiin -nagaa fi rahmanni irratti haa jiraatu- salaataaf “Allaahu Akbar” yeroo jedhan, Faatihaa qara’uun duratti yeroo muraasa kan callisan ta'an, yeroo sanaan keessatti salaata isaanii du'aa'ii tokko tokkoon kan jalqaban yoo ta'u, du'aa'ii kana keessaa inni tokko jecha isaanii kana: «Yaa Rabbi akkuma Bahaa fi Dhihaa gargar fageessitetti anaa fi dilii koo gargar fageessi, Yaa Rabbi akkuma uffanni adiin xurii irraa qulqullaa'utti dilii koo irraa na qulqulleessi, Yaa Rabbi dilii koo irraa bishaanin, fixeensaa fi cabbiin na dhiqi». Isaan Rabbii ol tahe jidduu isaani fi jidduu dilii isaanii haalaan akka gargar fageessu kadhatan, kunis adda fageenya irraa kan ka'een akkuma jidduu bahaa fi dhihaa walqunnamtiin hin jirretti, akka tasaa ta'ee dilii keessa kan bu'an yoo tahe, akkuma uffanni adiin xurii irraa qulqulleeffamutti dilii san irraa isaan akka isaan qulqulleessu fi wantoota qulqulleessan kan akka Bishaanii, fixeensaa fi cabbiidhatiin akka isaan dhiqu kadhatan.
03

Benefits

Salaata sagalee ol qabatanii salaatan yoo ta'ellee du'aa'ii baniinsaa yeroo hunda sagalee gad qabatanii jechuun barbaachisaa tahuudha.
Sahaabonni, Rabbiin isaan irraa haa jaallatu, haala Ergamaa Rabbii -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- sochii isaanii hunda keessatti beekuuf bolola qabaachuu isaaniti.
Du'aa'ii baniinsa salaataa keessatti akkaataa hedduutu dhufeera, haa tahuu malee irra caalaan namichi du'aa'ii Ergamaa Rabbii -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- irraa mirkanaa'e hordofuu yoo ta'u, akkaataa tokko yeroo tokko, kan biraa ammoo yeroo biraa fayyadamuun barbaachisaa dha.

Attribution

[Bukharif muslim irratti waliigalan]

Categories

Share

Share hadeeth

Sharing options · 0 Total shares

Share

← Back to encyclopedia
Shopping Basket

Loading...