Free Download📘 Akkamittan Islaama Seena? كيف أدخل في الإسلام؟
📘 Akkamittan Islaama Seena? كيف أدخل في الإسلام؟ Kitaabni gabaabaan kun akkaataa Islaama seenuu, hiika shahaadaa lamaan, fi wantoota Muslimni haaraan erga Islaama seenee booda barachuu fi gochuu qabu gaaffii fi deebiin ibsa. Toʼannoo Sheekh Dr. Haytham Sarhaan jalatti qophaaʼe. #AfaanOromoo #Islaama #MuslimaHaaraa #Shahaadaa #BarnootaIslaamaa sarhaan.com | mahadsunnah.com

