“Yaa Bilaal, slaata dhaabi, salaataan hafuura nu baafachiisi
Saalim bin Abii Al-Ja'ad irraa odeeffamee, akkana jedhe: Namichi tokko akkana jedhe: osoon salaatee boqonnaa argadhee, akka waan namoonni waan kana isa irratti ceem'aniiti, ni jedhe: Ergamaa Rabbii -nagaa fi rahmatni irra haa jiraatu- akkas kan jedhuun dhaga'e. “Yaa Bil…

