Rabbiin karaa sirriif fakkeenya godhe
Nawwaas bin sam'aan al-ِِAnsaarii irraa odeeffamee -Rabbiin isa irraa haa jaallatu- ergamaan Rabbii -Rabiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- ni jedhani: «Rabbiin karaa sirriif fakkeenya godhe, qarqara lameen karaa sanaa irratti dallaa lamaatu jira, isaan la…

