Tarree keessan qajeelchaa, tarree qajeechuun salaata guutuu irraayi
Anas bin Maalik irraa odeeffamee Rabbiin irraa haa jaallatu akkana jedhe: Ergamaan Rabbii -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- akkana jedhan: «Tarree keessan qajeelchaa, tarree qajeechuun salaata guutuu irraayi».

