Dhaabbadhuu salaati, yoo hin dandeenye taa'ii salaati, yoo hin dandeenye cinaacha kee irratti hirkadhuu salaati
Imraan ibnu Husayn irraa akka odeeffametti -Rabbi isa irraa haa jaallatu- ni jedhe: kintaarootiin wohii waan natti tureef akkaataa salaataa irraa Nabiyyii -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- gaafadhe, isaanis akkana jedhani: «Dhaabbadhuu salaati, yoo…

