Rabbiin ni jedhe: "yaa ilma Aadam kenni anis siifan kennaa
Abuu Hurayraa irraa akka odeeffametti -Rabbi isa irraa haa jaallatu- ergamaan Rabbii -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- ni jedhani: Rabbiin ni jedhe: "yaa ilma Aadam kenni anis siifan kennaa».

