dhiisi ani Qulqulluu haala ta'aniinin isaan lameen godhadhee
Mughiiraa irraa odeeffamee -Rabbiin isa irraa haa jaallatu- akkana jedhe: Imala tokko keessatti Nabiyyii wajjiin ture -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu-, kophee isaanii lameen irraa baasuuf gadi jedhee jennaan, akkana jedhani: "dhiisi ani Qulqulluu h…

