Namoonni afxira hanga ariifachiisanitti toltuu irratti ta'uu irraa hin deemani
Sahl ibnu Sa'ad irraa akka odeeffametti -Rabbi isa irraa haa jaallatu- Ergamaan Rabbii -Rabbiiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- ni jedhani: «Namoonni afxira hanga ariifachiisanitti toltuu irratti ta'uu irraa hin deemani».

