“Dubartiin takka abbaan manaa isii ykn mahramiin/firri dhihoo isii wajjiin yoo jiraate malee fageenya guyyaa lamaa hin imaltu
Abuu Sa’iid Al-Khudrii irraa oddeffame Rabbiin irraa haa jaalatu - Nabiyyii -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatuu- waliin lola kudha lama lolee ture, - akkana jedhe: Nabiyyii irraa -nagaa fi rahmanni isaan irratti haa jiraatu- waa afur dhaga’eera, nattis tole, isaanis ak…

