Namoonni nama zaalima (miidhaa) yeroo arganii harka isaa lamaan hin qabin/ tarkaanfii irratti yoo hin fudhatin Rabbiin adabbii isaatiin isaan walitti qabuun ni dhihaata
Abuu Bakr Al-siddiiq irraa odeeffame Rabbiin irraa haa jaallatu, akkana jedhe: Yaa namoota, isin Aayaa tana ni qaraatu: {Yaa warra Rabbitti amantan lubbuu keessan (qabuun) isin irra haa jiraatu, yoo isin qajeeltan namni jallate isin hin miidhu}. Ani Ergamaa Rabbiitin -n…

